Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia
September 19, 2025
Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture:
September 18, 2025
Book review Asafa Jalata. Baro Tumsa: The Principal Architect of the Oromo Liberation Front. Palgrave Macmillan, Gewerbestrasse 11, 6330 Cham, Switzerland, 2024, pp. 289. Price $115. Format: Hard Copy Baro...
Read moreGodina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu ganda Baddeessaa ykn Cabbiitti tibba kana hidhattoonni Amaaraa Faannoo jedhaman haleellaa raawwataniin namoota 16 ajjeesuun isaanii gabaafameera. Gaafa Ebla 10/2017 ganama barii hidhattoonni kun uummata...
Read moreThe Oromo people remember their heroes and martyrs on Oromo Martyrs' Day, observed on April 15. The day was first commemorated by the Oromo Liberation Front (OLF) following the death...
Read moreDhibdee biyyoota lamaan Maalii fi Aljeeriyaa gidduu sadarkaa hammaataa jedhamutti ce'uun hanga dipiloomaasii wal irraa kutanitti gahaa jiraachuu isaanii miidiyaaleen gabaasaniiru. Gocha aggaammii abbaa biyyummaa kiyya molqu Aljeeriyaan narratti raawwatteetti...
Read moreHorro Guduruu Wallaggaa aanaa Jaartee Jaardagaatti humnoonni Finxaaleyyii Faannoo hawwaasa nagaa juumlaan ajjeesuun qabeenya isaa saamuu gabaafame. Hundeemarraa akeeka hawwaasa nagaa saamuu, Oromoo lafarraa dhabamsiisuu kaayyeeffatanii kan hundaa'an Faannoon gocha...
Read moreYuunivarsiitiin Dembi Doolloo odeeffannoo sobaa fi maqa balleessii sagantaa Televizhinii EBS irratti tamsa'e ilaalchisee ibsa baaseera. Dhaabbanni Televizhinii EBS Sagantaa "Addis Mi'iraf" jedhu irratti gaafa 14/7/2017 (ALI) Bertukaan Temesgeen Kebbedee...
Read moreSababa 'Somaaliyaa guddittii ijaaruu' jedhuun Somaaleen Itoophiyaa fi Somaaleen Somaaliyaa yeroo adda addaatti Oromoo irratti duula waraanaa geggeessaa turanii ammas itti jiru. Tibba kana Addi Bilisummaa Oromoo fi KFOn jila...
Read moreAjjeechaa tibbana Godina Jimmaa aanaa Geeraatti abbaa qabeenyaa Oromoo Obbo Zaakir Abbaa Olii irratti raawwatame waliin walqabatee shakkamtoonni qabamaa jiraachuu mootummaan hime. Jiraattonni immoo shakkamtoonni qabaman hin jirani, mootummaan...
Read moreGodina Jimmaa aanaa Geeraa ganda Waallaatti abbaan qabeenyaa Zaakir Obbaa jedhamu eda halkan haala suukanneessaatiin ajjeefame. Ajjeechaa nama kanarra gahe ilaalchisuun hawwaasni Oromoo bakkichaa rifaatuu hamaa keessa seenuudhaan Hiriira mormii...
Read moreAbbootiin Gadaa Karrayyuu mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa keessatti gaaffii tokko malee hidhamanii akka turan himan. Ammas WBO akka galchuu qaban akeekkachiisni itti kennameera. Miseensonni jila Gadaa Karrayyuu gaafa Amajji...
Read more