• Latest
  • Trending
  • All
  • News
  • Business
  • Politics
  • Science
  • World
  • Articles
  • Politics
Haleellaa hidhattoonni Faannoo Aanaa Kiiramuutti raawwataniin namoonni ajjeefaman milishoota ta’uu bulchiinsi aanichaa ibse.

April 24, 2025
This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

February 16, 2026

The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

December 25, 2025

Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

October 21, 2025
FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

October 12, 2025
Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

September 19, 2025
Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

September 18, 2025
From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

September 8, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

September 1, 2025
THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

August 18, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

August 4, 2025

Shifting Political Alliances and the Enigma of Peace in Ethiopia

August 3, 2025
Baro Tumsa: The Principal Architect of the Oromo Liberation Front

July 6, 2025
  • About
  • Privacy & Policy
  • Contact
Tuesday, February 17, 2026
  • en English
  • ao Oromo
  • Login
  • Register
Bakkalcha Oromia
  • Home
  • News
    • All
    • Politics
    • World
    Dhibdeen dipiloomaasii Aljeeriyaa fi biyyoota Sahel gidduutti hammaachuu isaa gabaafame.

    Peresedaantiin Naamibiyaa lammiileen Ameerikaa sanada seeraa hin qabne biyya isaanii gadhiisanii akka bahan ajajje.

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

    Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

    ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

    “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

    “Isaayaas Afawarqii kaaba Itoophiyaatti walitti bu’iinsa haaraa kaasuuf hojjetaa jira”

    “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

    Trending Tags

      Naannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame.

      Trending Tags

        • Africa
        • Oromia
        • Ethiopia
        • World
      • Articles
        • All
        • Analysis
        • Op-Ed
        • Opinion
        This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

        THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

        The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

        Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

        Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

        From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

        From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

        THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

        WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        Shifting Political Alliances and the Enigma of Peace in Ethiopia

        Baro Tumsa: The Principal Architect of the Oromo Liberation Front

        Baro Tumsa: The Principal Architect of the Oromo Liberation Front

        Trending Tags

          • Opinion
          • Op-Ed
          • Editorial
          • Analysis
        • Human Rights
          • All
          • Human rights violations
          • Justice
          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

          Biyyoota Afrikaa gaazexeessitoota haala hamaan hidhan keessaa Itoophiyaan tokko ta’uun ibsame.

          Itoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu Human Raayits Waach gabaase.

            • Music
          • Culture

            No Result
            View All Result

                      Home News

                      Haleellaa hidhattoonni Faannoo Aanaa Kiiramuutti raawwataniin namoonni ajjeefaman milishoota ta’uu bulchiinsi aanichaa ibse.

                      April 24, 2025
                      in News, Oromia
                      0
                      Haleellaa hidhattoonni Faannoo Aanaa Kiiramuutti raawwataniin namoonni ajjeefaman milishoota ta’uu bulchiinsi aanichaa ibse.
                      498
                      SHARES
                      1.4k
                      VIEWS
                      Share on FacebookShare on Twitter

                      Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu ganda Baddeessaa ykn Cabbiitti tibba kana hidhattoonni Amaaraa Faannoo jedhaman haleellaa raawwataniin namoota 16 ajjeesuun isaanii gabaafameera. Gaafa Ebla 10/2017 ganama barii hidhattoonni kun uummata nagaadhaan qonnaa qotataa jirutti meeshaalee gurguddaa dhukaasuudhaan nama tokkoo ajjeesanii nama lama madeessanii erga deemanii booda, uummanni dubartootaafi daa’imman ganda sana keessaa gara magaalaa Qoqoffeetti erguudhaan abbootiifi dhiironni haga danda’anitti of eeggachaa hojii isaanii itti fufanii turan. Guyyaa sadii booda gaafa Ebla 14/2017 ammas ganama bariidhaan hidhattoonni kun humna guddaa sadarkaa kutaa waraanaa ga’uun meeshaa gurguddaa fayyadamanii dhukaasa banuudhaan namoota 15 ajjeesuu jiraattonniifi bulchaan aanichaa himaniiru.

                      Namoota ajjeefaman kana keessaa namni 6 haala suukanneessaadhaan akka qalamaniifi kaan rasaasaan akka rukkutaman kan himan jiraattonni, namoonni madaa’an buufata fayyaatti yaalamaa jiraachuufi namni sadii erga rukkutamanii booda dandamachuu dadhabanii lubbuun isaanii darbeera. kanneen ajjeefaman uummanni itti yaa’ee akka awwaale himaniiru.

                      Bulchaan aanaa Kiiramuu Obbo Biraanuu Fiqaaduu BBCtti akka himanitti, namoonni 12 ajjeefamuufi sadii madaa’uu mirkaneessanii, namoonni ajjeefaman hunduu milishoota akka ta’an himan. Hidhattoonni Faannoo kun yeroo adda addaatti uummata nagaa irratti haleellaa raawwachuudhaan uummata qe’eerraa buqqisaafi qabeenya saamaa akka turan obbo Biraanuun himaniiru. Haleellaa lubbuu nama 15 galaafate kana booda Raayyaan Ittisa Biyyaa bakkicha seenee haala tasgabbeessaa akka jirus hogganni aanichaa kun himaniiru.

                      “Hidhattoota Faannoo waliin hojjetu, qabeenya saamame waliin qooddatu” jedhamanii himannaan irratti dhiyaataa kan ture bulchaan aanichaa obbo Biraanuun, hidhattoonni kun ammaan duras haleellaa wal fakkaataa geggeessaa turaniin gandoota aanichi qabu 19 keessaa aanaa 18 irraa uummata buqqaasanii akka turan himaniiru. Haata’u malee, yeroo dhiyootii as araarri ta’ee uummanni qe’eerraa buqqa’e gara qe’eetti deebi’ee jireenyasaa itti fufee akka ture himama. “Garuu Finxaaleyyiin kun hojii isaanii dhiisuu didanii itti fufaniiru” jedhu obbo Biraanuun.

                      Hidhattoonni kun dhalattoota Amaaraa aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Alii keessa jiraatan dawoo godhachuudhaan uummata Oromoo qe’eerraa buqqistee ganda Baddeessaa kana qabachuuf kaayyeffatanii hojjetaa kan jiran ta’uu obbo Biraanuun himaniiru. Lafti kun lafa gabbataa qonnaaf mijataa waan ta’eef, bakka bu’uura misooma qonnaa aanichaa keessaa tokko ta’e kan dhuunfachuuf hidhattoonni Amaaraa kun yeroo adda addaatti sochii taasisaa turaniiru.

                      Share199Tweet125

                      Leave a Reply Cancel reply

                      Your email address will not be published. Required fields are marked *

                      • Trending
                      • Comments
                      • Latest
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      March 24, 2025
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

                      August 18, 2025
                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      August 4, 2025
                      Somaaliyaatti lammiileen Itoophiyaa sadii humnoota nageenyaafi uummataan ajjeefamuun dhaga’ame.

                      Somaaliyaatti lammiileen Itoophiyaa sadii humnoota nageenyaafi uummataan ajjeefamuun dhaga’ame.

                      0
                      ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

                      ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

                      0
                      Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

                      Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

                      0
                      This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

                      THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

                      February 16, 2026

                      The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

                      December 25, 2025

                      Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

                      October 21, 2025
                      Bakkalcha Oromia

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Navigate Site

                      • About
                      • Privacy & Policy
                      • Contact

                      Follow Us

                      No Result
                      View All Result
                      • Home 2
                      • News
                        • Politics
                        • Business
                        • World
                        • Science
                      • Human Rights
                        • Human rights violations
                        • Justice
                      • Politics
                        • Oromia
                        • Ethiopia
                        • Africa
                        • World
                      • Articles
                        • Op-Ed
                        • Editorial
                        • Opinion
                        • Analysis
                      • Culture
                        • Music
                      • en English
                      • ao Oromo

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Welcome Back!

                      Login to your account below

                      Forgotten Password? Sign Up

                      Create New Account!

                      Fill the forms below to register

                      All fields are required. Log In

                      Retrieve your password

                      Please enter your username or email address to reset your password.

                      Log In
                      Are you sure want to unlock this post?
                      Unlock left : 0
                      Are you sure want to cancel subscription?