Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia
September 19, 2025
Qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo fi barreessaa Lammii Beenyaa kitaaba isaa Daayaa jedhamu kaleessa eebbisiise. Waggoota afurii oliif mana hidhaa kan tureefi mana hidhaa keessa taa'ee kitaabota ajaa'ibsiisoo ta'an lama kan...
Read moreJilli jaarmayaalee hawaasa Oromoo adda addaa, Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) ‘rakkoolee siyaasaa fi waraanaa Oromiyaa keessa jiruu fi jiruuf-jireenya ummataa irratti danqaa ta’e irratti yaada...
Read moreSalaalee aanaa Yaayyaa Gullalleetti humnoonni mootummaa abbootii seeraa lama to'achuudhaan miidhaa erga irraan ga'anii booda tajaajilli mana murtii addaan cite. Godina Salaalee Aanaa Yaayyaa Gullalleetti humnoonni mootummaa kan humna...
Read moreNaannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame. Akka namoonni magaalaa Sandaafaarraa Bakkalcha Oromia f eeruu kennanitti, sababa leenjii dirqii sanaan...
Read moreGameessa siyaasaa fi dinagdee kan turan Obbo Bulchaa Dammaqsaa du'aan addunyaa kanarraa bqotan.
Read more







