Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia
September 19, 2025
Ameerikaan Afrikaanoota irratti kan fuulleffatu baqataa biyyattii keessaa baasuu, kanneen sanada seeraa hin qabne Ameerikaa keessatti hanga hidhuutti hojiitti jiraachuutu himama. Gocha bulchaa Ameerikaa kanaaf deebii ta'a jettee kan yaaddu...
Read moreHorro Guduruu Wallaggaa aanaa Jaartee Jaardagaatti humnoonni Finxaaleyyii Faannoo hawwaasa nagaa juumlaan ajjeesuun qabeenya isaa saamuu gabaafame. Hundeemarraa akeeka hawwaasa nagaa saamuu, Oromoo lafarraa dhabamsiisuu kaayyeeffatanii kan hundaa'an Faannoon gocha...
Read moreQondaalli Adda Bilisummaa Oromoo fi barreessaa Lammii Beenyaa kitaaba isaa Daayaa jedhamu kaleessa eebbisiise. Waggoota afurii oliif mana hidhaa kan tureefi mana hidhaa keessa taa'ee kitaabota ajaa'ibsiisoo ta'an lama kan...
Read moreSababa 'Somaaliyaa guddittii ijaaruu' jedhuun Somaaleen Itoophiyaa fi Somaaleen Somaaliyaa yeroo adda addaatti Oromoo irratti duula waraanaa geggeessaa turanii ammas itti jiru. Tibba kana Addi Bilisummaa Oromoo fi KFOn jila...
Read moreJilli jaarmayaalee hawaasa Oromoo adda addaa, Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) ‘rakkoolee siyaasaa fi waraanaa Oromiyaa keessa jiruu fi jiruuf-jireenya ummataa irratti danqaa ta’e irratti yaada...
Read moreObbo Lidatuu Ayyaaloo "mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema" jedhe. Qabeenyi isaa saamamuuf akka jirus ibse. Tibbana Ameerikaa irraa imalli gara biyyaatti taasisuuf ture Imbaasii Itoophiyaatiin...
Read morePireezidaantiin Itoophiyaa duraanii fi kan amma ergamaa addaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmed ta'anii hojjetan Mulatuu Tashoomaan, Pireezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afwarqii Waliigaltee Piriitooriyaa diiguuf “ABUT keessatti qoqqoodinsa uumuuf yaalaa...
Read moreAbbootiin Gadaa Karrayyuu mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa keessatti gaaffii tokko malee hidhamanii akka turan himan. Ammas WBO akka galchuu qaban akeekkachiisni itti kennameera. Miseensonni jila Gadaa Karrayyuu gaafa Amajji...
Read moreSalaalee aanaa Yaayyaa Gullalleetti humnoonni mootummaa abbootii seeraa lama to'achuudhaan miidhaa erga irraan ga'anii booda tajaajilli mana murtii addaan cite. Godina Salaalee Aanaa Yaayyaa Gullalleetti humnoonni mootummaa kan humna...
Read moreNaannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame. Akka namoonni magaalaa Sandaafaarraa Bakkalcha Oromia f eeruu kennanitti, sababa leenjii dirqii sanaan...
Read more







