• Latest
  • Trending
  • All
  • News
  • Business
  • Politics
  • Science
  • World
  • Articles
  • Politics
“Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

February 18, 2025
ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

May 12, 2026
የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

የኦነግ አጠቃላይ የገጠር እና የግብርና ልማት ፖሊሲ:

April 22, 2026
የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

April 17, 2026
This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

February 16, 2026

The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

December 25, 2025

Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

October 21, 2025
FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

October 12, 2025
Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

September 19, 2025
Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

September 18, 2025
From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

September 8, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

September 1, 2025
THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

August 18, 2025
  • About
  • Privacy & Policy
  • Contact
Wednesday, May 13, 2026
  • en English
  • ao Oromo
  • Login
Bakkalcha Oromia
  • Home
  • News
    • All
    • Politics
    • World
    Dhibdeen dipiloomaasii Aljeeriyaa fi biyyoota Sahel gidduutti hammaachuu isaa gabaafame.

    Peresedaantiin Naamibiyaa lammiileen Ameerikaa sanada seeraa hin qabne biyya isaanii gadhiisanii akka bahan ajajje.

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

    Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

    ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

    ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

    “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

    “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

    “Isaayaas Afawarqii kaaba Itoophiyaatti walitti bu’iinsa haaraa kaasuuf hojjetaa jira”

    “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

    Trending Tags

      Naannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame.

      Trending Tags

        • Africa
        • Oromia
        • Ethiopia
        • World
      • Articles
        • All
        • Analysis
        • Op-Ed
        • Opinion
        ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

        ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

        This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

        THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

        The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

        Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

        Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

        From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

        From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

        THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

        WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        Shifting Political Alliances and the Enigma of Peace in Ethiopia

        Trending Tags

          • Opinion
          • Op-Ed
          • Editorial
          • Analysis
        • Human Rights
          • All
          • Human rights violations
          • Justice
          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

          Biyyoota Afrikaa gaazexeessitoota haala hamaan hidhan keessaa Itoophiyaan tokko ta’uun ibsame.

          Itoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu Human Raayits Waach gabaase.

            • Music
          • Culture

            No Result
            View All Result

                      Home News

                      “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

                      February 18, 2025
                      in News, Politics
                      0
                      “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew
                      615
                      SHARES
                      1.8k
                      VIEWS
                      Share on FacebookShare on Twitter

                      Obbo Lidatuu Ayyaaloo “mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” jedhe. Qabeenyi isaa saamamuuf akka jirus ibse.

                      Tibbana Ameerikaa irraa imalli gara biyyaatti taasisuuf ture Imbaasii Itoophiyaatiin dhorkamuu kan dubbatan namni siyaasaa Obbo Lidatuu Ayyaalew, mootummaan “qabeenya isaanii dhuunfachuuf” qophaa’aa jiraachuu himate.

                      Obbo Lidatuun dhimma kana ilaalchisee xalayaa dhaabbilee mirga namoomaa idil-addunyaa fi ergamoota dippilomaasiitiif erganiin “nama biyya hin qabne ta’uutti” akka jiran ibsuun, bulchiinsi Ministira Muummee Abiy Ahmad murtee “fedhii dhuunfaa irratti hundaa’e” jedhanii ibsan kana akka duubatti deebisu dhiibbaan akka godhamu gaafataniiru.

                      “Mootummaan qabeenya koo, kan ani umurii koo guutuu ifaajee argadhe fudhachuuf qophaa’aa jiraachuun natti himameera,” jechuun barreessaniiru. Itti dabaluun, MM Abiy walgahii qondaaltota mootummaa olaanoo waliin taasisan irratti “gonkumaa gara biyya kootti akkan deebi’u akka naaf hin hayyamamne ifatti ibsaniiru” jedhan.

                      Obbo Lidatuun Guraandhala 10, “tikeetii balalii mirkanaa’ee fi paaspoortii Itoophiyaa seera qabeessa” qabatanii Ameerikaa, Atlaantaa irraa gara Itoophiyaatti balali’uuf yaalaa turan. Garuu; “sababa uggura imala jala waan jiruuf” daandiin xiyyaaraa “mootummaa irraa qajeelfama naaf kennameera” jechuun isaan dhorkuu himaniiru.

                      Itti dabaluunis, “hoji gaggeessaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw mootummaan uggura imalaa akka kaa’e mirkaneessaniiru” jedhan.

                      Uggurri kun ‘Daandii Qilleensaa Itoophiyaan qofa osoo hin taane “daandiiwwan qilleensaa gara Itoophiyaa balali’an hundaaf” akka oolu kan himan Lidatuun, gochi kun ”sagalee mormitoota hunda calliisiisuuf” yaalii godhame jechuun ibsan. Mootummaan bu’uura seeraa malee ”lammummaa koo na mulquuf” tarkaanfii fudhachaa jira jechuun himate.

                      Kanaan dura miseensa paarlaamaa ta’uun tajaajilaa kan turan Obbo Lidaatuun, ”murtoo mana murtii adda addaa sadiin yakka akkan hin hojjenne labsuun akkan gadhiifamu ajajamuus” jechuun Itoophiyaa gadhiisuu isaanii dura ji’oota shaniif hidhamuu isaanii ibsaniiru.

                      Itti dabaluudhaanis, dhumarratti ”deeggarsi dhaabbilee mirga namoomaatiin” biyyattii keessaa osoon hin ba’iin dura, ”murtii mana murtii biraa” booda ”wal’aansa fayyaaf biyya alaa akka hin deemne seeraan dhorkameen ture” jedhan.

                      Erga biyyaa bahanii booda mootummaan ”hojii shororkeessummaa irratti bobba’eera jechuun duula maqa balleessuu” jalqabe jedhan. “Tarkaanfiin paaspoortii koo haquuf ykn lammummaa koo na dhorku yoo jiraate, naaf hin beeksifamne, mirgi koos gamaaggama abbaa seerummaa kabajuu qaba” jechuun barreessan.

                      Obbo Lidatuun akka jedhanitti gochi mootummaa kun “fedhii siyaasaa irra kan kaka’e” ta’uu fi isaanii fi namoonni biroo “qabsoo karaa nagaa itti fufuu fi filannoo biyyoolessaa dhufu irratti akkan hin hirmaanne” kan yaadamedha jedhan

                      “Seerri kamiyyuu lammummaa fi paaspoortii Itoophiyaa seera qabeessa ta’e biyyatti deebi’ee akka hin seenne dhorkuu hin hayyamu” jechuun, gochoonni kun “heera mootummaa Itoophiyaa, seera idil-addunyaa Itoophiyaan raggaasifte, fi waliigalteewwan mirga namoomaa adda addaa Itoophiyaan mallatteessite kallattiin kan cabsuudha” jechuun ibsaniiru.

                      Share246Tweet154

                      Leave a Reply Cancel reply

                      Your email address will not be published. Required fields are marked *

                      Bakkalcha Oromia

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Navigate Site

                      • About
                      • Privacy & Policy
                      • Contact

                      Follow Us

                      No Result
                      View All Result
                      • Home 2
                      • News
                        • Politics
                        • Business
                        • World
                        • Science
                      • Human Rights
                        • Human rights violations
                        • Justice
                      • Politics
                        • Oromia
                        • Ethiopia
                        • Africa
                        • World
                      • Articles
                        • Op-Ed
                        • Editorial
                        • Opinion
                        • Analysis
                      • Culture
                        • Music
                      • en English
                      • ao Oromo

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Welcome Back!

                      Login to your account below

                      Forgotten Password?

                      Retrieve your password

                      Please enter your username or email address to reset your password.

                      Log In
                      Are you sure want to unlock this post?
                      Unlock left : 0
                      Are you sure want to cancel subscription?