• Latest
  • Trending
  • All
  • News
  • Business
  • Politics
  • Science
  • World
  • Articles
  • Politics
“Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

February 2, 2025

Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

October 21, 2025
FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

October 12, 2025
Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

September 19, 2025
Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

September 18, 2025
From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

September 8, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

September 1, 2025
THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

August 18, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

August 4, 2025

Shifting Political Alliances and the Enigma of Peace in Ethiopia

August 3, 2025
Baro Tumsa: The Principal Architect of the Oromo Liberation Front

July 6, 2025
Dhugaasaa Bakakkoo. Jalqabbee Seenaa ABO fi Qabsoo Oromoo. 

June 29, 2025
Can the Ethiopian State Be Reformed from Within? The Oromo Loyalist Experience

June 27, 2025
  • About
  • Privacy & Policy
  • Contact
Wednesday, December 10, 2025
  • en English
  • ao Oromo
  • Login
  • Register
Bakkalcha Oromia
  • Home
  • News
    • All
    • Politics
    • World
    Dhibdeen dipiloomaasii Aljeeriyaa fi biyyoota Sahel gidduutti hammaachuu isaa gabaafame.

    Peresedaantiin Naamibiyaa lammiileen Ameerikaa sanada seeraa hin qabne biyya isaanii gadhiisanii akka bahan ajajje.

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

    Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

    ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

    “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

    “Isaayaas Afawarqii kaaba Itoophiyaatti walitti bu’iinsa haaraa kaasuuf hojjetaa jira”

    “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

    Trending Tags

      Naannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame.

      Trending Tags

        • Africa
        • Oromia
        • Ethiopia
        • World
      • Articles
        • All
        • Analysis
        • Op-Ed
        • Opinion

          • Editorial
          • Analysis
        • Human Rights
          • All
          • Human rights violations
          • Justice
          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

          “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

          Biyyoota Afrikaa gaazexeessitoota haala hamaan hidhan keessaa Itoophiyaan tokko ta’uun ibsame.

          Itoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu Human Raayits Waach gabaase.

            • Music
          • Culture

            No Result
            View All Result

                      Home Human Rights

                      “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

                      February 2, 2025
                      in Human Rights
                      0
                      “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”
                      571
                      SHARES
                      1.6k
                      VIEWS
                      Share on FacebookShare on Twitter

                      Daa’imni umurii 10 taatu, Simboo Birhaanuu, torban kana qe’ee warra ishee keessatti ajjeefamtee argamuun mufiifi dheekkamsa kaaseera.

                      Ajjeechaan kunis Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Meettaa Walqixxee magaalaa Eelaatti guyyaa Roobii raawwachuu BBC’n miseensa maatii, ollaafi aangawaarraa odeeffateera.

                      Erga qorannoon reeffaa magaalaa Finfinneetti taasifamee booda guyyaa Jimaataa bakka dhaloota isheetti owwaalchi ishee raawwate.

                      Ajjeechaa dura daa’ima kanarratti miidhaan saalaa raawwatamuun booda fanniifamtee argamuu ishee maatiifi ollaan himaniiru. Haata’u malee, ammatti bu’aan qorannoo ifa hin taane.

                      Ajjeechaa daa’ima kanaaf kan gaafatamu namoota bakka bashannanaa qe’ee daa’ima tanaatti turan ta’u kanneen akeekan jiru.

                      Garuu, qorannoon waan mirkanaa’e hin jiru. Bu’aan qorannoo reeffaa akka eegamaa jiruu fi poolisiin qorannoo eegaluu BBC’n odeeffateera.

                      Bulchaan aanichaa Obbo Birhaanuu Ajjamaa shakkamtoonni sadii to’atamuu BBC’tti himan. ”Qaamoleen dhimmi kuni ilaallatu hundumtuu dhimma kanarra jiru” jedhan.

                      Maaltu ta’e?

                      Akka BBC’n maddeen garagaraarraa odeeffateetti, ajjeechaan kun Ganda Roggee Eelaatti guyyaa Roobii ALI Amajjii 21, 2017 waaree booda raawwatame.

                      Bakki daa’imni tun itti ajjeefamtee argamte mana maatiishee duuba bakka bashannanaa jiru keessa akka ta’e maatiin dubbataniiru.

                      Ollaa isaanii kan ta’aniifi maqaa kiyya dhoksaa jedhanii namni BBC’n dubbise tokko, ”Daa’imti tun dura suuqiitti ergatanii suuqiirraa deebite.

                      ”[Booda] maatiin yoggaa iyyaafatan hin dhabani. Maatiin ishee waama hin dhaabbatti,” jechuun akkaataa duute miseensi maatii arge himan.

                      ”Mana isaanii duuba iddoo mana puuliitu jira. Mana nyaataatu jira, achi keessa duuba isaatiirratti akka waan of fanniste fakkeessanii muka ispoortii irratti hojjetan irratti fannisanii deemani,” jedhan.

                      Miseensi maatiis waan walfakkaataa dubbatu.

                      ”Abbaan hoteela (mana nyaataafi dhugaatii) xiqqoo qaba. Manuma san duubatti. Haati manaa isaammoo deessee ciisti. Ji’a sadaffaadha.

                      ”Hoteelicha dudduubaan manni puuliitu jira. Reeffi achitti argame,” jedhan.

                      Simboon barattuu kutaa 1ffaa ta’u kan himan miseensi maatii kun, reeffi ishii naannawa sa’aatii 9:30 akka argame BBCtti himan.

                      Eegasii booda reeffi mana yaalaa aanicha jiru akkasumas boodarra ”achi geeffadhaa” jedhamuun, gara Magaalaa Finfinnee Hospitaala Qul. Phaawuloos geeffamuu dubbatu.

                      Dhimma kana kan gaafanne Abbaan Alangee aanichaa Obbo Hacaaluu Xilaahuun gamasaanitiin, guyyaa ajjeechaan kun itti raawwatame gaafa Roobii sa’aatii 11:00 irratti qorattoonni poolisii bakkichatti argamuun qorannoo eegaluu himan.

                      Ollaan maatii daa’ima kanaas guyyaa ajjeechaan raawwate poolisoonni dhufuun ”suuraa kaasanii deeman,” jechuun dubbatan.

                      Obbo Hacaaluun ”Reeffii fanniifamee argame achirraa buusuudhaan qorannoodhaaf gara buufataa geessuudhaan qorannoon jalqabaa akka taasifamu ta’eetin jira,” jechuun BBC’tti himan.

                      Dabaluunis, reeffi ”qorannoo dabalataatiif” Finfinnee geeffamuu fi yeroo ammaa waajjira poolisiifi abbaan alangaa waliin ta’uudhaan qoratamaa akka jiru ibsan.

                      ”Taateen kun akkamitti raawwate, eenyutu raawwate kan jedhu adda baasuudhaaf qorannoon adeemsifamaa jira,” jedhan.

                      Bu’aan qorannoos fuula duratti akka ummataaf ifa ta’u himan. Kanaan ala akkaataa ajjeechaarratti odeeffannoo dabalataa hin kennine.

                      Akkamiin ajjeefamte?

                      Akkaataa ajjeefamte irratti poolisiin ammatti waan ifa godhe hin qabu.

                      Maatiifi ollaan daa’imtii tun erga ‘gudeeddiin irratti raawwateen booda fannifamtee’ argamuu dubbatu.

                      ”Manni yaalaa asi ilaale jennaan gudeedatu irratti raawwate jedhani” kan jedhan ollaan, wanti kun hawaasa keessatti rifaatuu uumuu himuun, ”safuutu cabe” jedhan.

                      ”Daa’ima xiqqoodha [Simboon] mana barumsaatuu sirriitti hin geenye” jechuun gaddaan dubbatan.

                      Miseensi maatii gama isaaniin hospitaalaa bu’aa qorannoo ammatti waan hin geenyef argachuu baatanis waan arge jedhan akkanaan BBC’tti himan.

                      ”Ajjeefamtuushii arganii gaafa qaama ishii ilaalan qaamnishii akka gudeedamtedha kan mul’isu… harki nama jabaataatu qaamashii akka jabeessee qabe hin beeksisa,” jechuun dubbatu.

                      ”Akka iddoo biraa tasgabbaa’e miti gara meettaadhaa baay’ee rakkisaadha” jechuun rakkoon nageenyaa keessatti ambulaansiin reeffa gara Finfinnee geessuu himan.

                      ”Dafanii akka nu hojjetan [qorannoo] godhani qaama saalaa ishii keessattillee dhangala’aan dhiiraa kan argame ragaa guddaadha.

                      ”Ragaan qorannoo reeffaammoo turuu waan maluuf garuu dhugumaa dhugumatti ani reeffa mucayyoo kana harka kootiin garagalchee ilaaleen jira. Mucayyoon gudeedamtee jirti,” jedhan.

                      Dhaabbileen mirgaa ajjeechaa irra deddeebiin bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti mudataniin yaadda’uu ibsaniiru

                      Dabaluunis, ”Akkasuma achi qabanii hidhan malee of rarraastee yookiin rarraafamte hin turre,” jechuun himu. ”Akka fakkeessan hin beeksisa” jedhu.

                      Dhimma kana kan gaafataman Bulchaan Aanaa Meettaa Walqixxee Obbo Birhaanuu Ajjamaa bu’aa qorannoo malee dubbachuun ni rakkisa jedhu.

                      ”Kanuma qulqulleessudhaafi hospitaalas kan ergamte waan ta’ef akka qaama mootummaa tokkootti ragaa qulqulluu osoo harkaa hin qabaatin akkas jechuun naaf hin ta’u.

                      ”Ragaadhuma sana eeguma wayya. Shakkiidhanii gara sanatti wanti geessineef wanti kuni haa qulqullaa’uf mitiire?”

                      Bulchaan aanichaa ”waan nurraa eeggamu ofii keenyaan deeggarree konkolaataa mataa keenyaan qabnee waan hunda haala mijeessinee baasii mataa keenyaan wanti kuni akka qulqullaa’uufi” jechuun qooda fudhachuu himan.

                      Eenyutu shakkame?

                      Ajjeechaa daa’ima tanaa wayita raawwatamuutti namni ijaan arge BBC’n dubbise hin jiru. Maatiifi ollaanis shakkiima malee namni ijaan arge akka hin jirre himu.

                      Maatiin BBC’n dubbise ”Shakkiidhakaa amma dhugaa dubbachuudhaaf abaluudha jedhanii gara siyaasaatti naannessuun ni ulfaata. Garuu namni bakka sana irra caalaa turu ijolleema Raayyaa Ittisa Biyyaatu jiru.

                      ”Namni hedduun akkas jedha dubbachuu hin barbaadani. Qabatamatti namni ijaan arge jiraachus baatu namni dhiheenya bakka sani oolu isaanuma. Namni ijaan arge osoo jiraates hin dubbatani,” jechuun BBC’tti himani.

                      Ollaan gama isaaniin, ”Namni sa’aatii sanatti isaan arge wanta jiruu miti. Sa’aatii sanattimmoo qaama nageenya eegsisutu [Raayyaa Ittisaa] naannoo san ture,” jedhan.

                      Dabaluunis, ”Namni arge ammatti waan jiru miti. Namni naannoo sanaas waan himuu sodaatan wayii natti fakkaate,” jedhan.

                      Dhimma kana kan gaafanne bulchaan aanichaa Obbo Birhaanuun qorannoo malee dubbachuun ”dogongora” ta’a jedhu.

                      ”Yeroo argamtutti Fannifamteedha kan turte. Ragaanumti kuni adda bahee qaama waraanaati yookaan immoo siviliidha ykn qaama maatiidha wanti jedhee adda bahe ammatti hin jiru waan ta’ef callifamee abbaa ta’ef qooduun hin danda’amu.

                      ”Jalqabarratti qorannoon kunumti adda hin baane, lammaffaammoo utuma adda bahe eenyutu naannoo sana kan ture, akkamitti… qorannoo bal’aa barbaada jechuudha.

                      ”Bu’uurarraa hanga dhimmi kun qulqullaa’utti dogongora ta’a jechuudha yaadni akkasii.”

                      ‘Shakkamtoonni sadii to’atamaniiru’

                      Miseensi maatii yoo qoratamaa jira ta’e wanti beekan yoo jiraate gaafatamanii ”namni abbaan kanaa jedhee lafaa kaaseyyuu hin jiru. Ni sodaata hunduu” jechuun deebisan.

                      Bulchaa Aanaa Meettaa Walqixxee Obbo Birhaanuu Ajjamaa garuu namoonni shakkaman to’atamuu dubbatan.

                      ”Qorannoon hospitaalaa gaggeeffamee bu’aan isaa eeggamaati kan jiru. Wanti adda bahee amma qulqullaa’ee ragaan kun kana jedhame ammatti wanti nu harka gahe hin jiru.

                      ”Garuu sana eeguu dursa qaamni seeraa, abbaan alangaas, waajjirri poolisiis, dhimmi dubartootaafi daa’immanis akkasumas qaamoleen dhimma kanaan walqabatu kamiyyuu koree dhaabanii dhimma kana qulqulleessaati kan jiran,” jedhan.

                      Dabaluunis, ”namootuma naannoo sanatti mana nyaataa hojjetaniifi puulii taphachiisan jedhaman isa kanaan walqabatee achirratti qorannoon gaggeeffamaa jira.

                      ”Maaliif naannoo sana eenyufaatu ture,” kan jedhu baruuf akka ta’e himan. ”Nama sadii to’atanii jiru dhawaataan itti deemama jechaadha. Qorannaan kun bal’atee itti deemama.

                      ”Dhugaan kuni akka bahuuf jecha mucayyoon kuni osoo hin awwaaliin maatii harkaatii Finfinneetti ergamee kan qoratamesi” jechuun BBC’f deebisan.

                      Dhaabbileen mirgaa ajjeechaa irra deddeebiin bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti mudataniin yaadda’uu ibsaa turaniiru.

                      Share228Tweet143

                      Leave a Reply Cancel reply

                      Your email address will not be published. Required fields are marked *

                      • Trending
                      • Comments
                      • Latest
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      March 24, 2025
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

                      August 18, 2025
                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      August 4, 2025
                      “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

                      “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

                      0
                      “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

                      “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

                      0
                      ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

                      ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

                      0

                      Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

                      October 21, 2025
                      FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

                      FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

                      October 12, 2025
                      Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

                      Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

                      September 19, 2025
                      Bakkalcha Oromia

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Navigate Site

                      • About
                      • Privacy & Policy
                      • Contact

                      Follow Us

                      No Result
                      View All Result
                      • Home 2
                      • News
                        • Politics
                        • Business
                        • World
                        • Science
                      • Human Rights
                        • Human rights violations
                        • Justice
                      • Politics
                        • Oromia
                        • Ethiopia
                        • Africa
                        • World
                      • Articles
                        • Op-Ed
                        • Editorial
                        • Opinion
                        • Analysis
                      • Culture
                        • Music
                      • en English
                      • ao Oromo

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Welcome Back!

                      Login to your account below

                      Forgotten Password? Sign Up

                      Create New Account!

                      Fill the forms below to register

                      All fields are required. Log In

                      Retrieve your password

                      Please enter your username or email address to reset your password.

                      Log In
                      Are you sure want to unlock this post?
                      Unlock left : 0
                      Are you sure want to cancel subscription?