Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia
September 19, 2025
Daa'imni umurii 10 taatu, Simboo Birhaanuu, torban kana qe'ee warra ishee keessatti ajjeefamtee argamuun mufiifi dheekkamsa kaaseera. Ajjeechaan kunis Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Meettaa Walqixxee magaalaa Eelaatti guyyaa Roobii...
Read moreBiyyoota Afrikaa gaazexeessitoota haala hamaan hidhan keessaa Itoophiyaan tokko ta’uun ibsame. Itoophiyaan biyyoota Afrikaa haala hamaa ta’een gaazexeessitoota hidhan keessaa tokko ta’uu dhaabbanni idil addunyaa mirga gaazexeessitootaaf falmu Koreen...
Read moreItoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu Human Raayits Waach gabaase. Taateewwan akka waraanaafi dhiibbaa dhaabbilee siviliirratti raawwatamu eeruudhaan Itoophiyaatti sarbiinsi mirga namoomaa bara 2024 keessa raawwatame “hammaataa ta'uu”...
Read more







