• Latest
  • Trending
  • All
  • News
  • Business
  • Politics
  • Science
  • World
  • Articles
  • Politics
Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

April 11, 2025

Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

October 21, 2025
FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

October 12, 2025
Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

September 19, 2025
Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

September 18, 2025
From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

September 8, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

September 1, 2025
THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

August 18, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

August 4, 2025

Shifting Political Alliances and the Enigma of Peace in Ethiopia

August 3, 2025
Baro Tumsa: The Principal Architect of the Oromo Liberation Front

July 6, 2025
Dhugaasaa Bakakkoo. Jalqabbee Seenaa ABO fi Qabsoo Oromoo. 

June 29, 2025
Can the Ethiopian State Be Reformed from Within? The Oromo Loyalist Experience

June 27, 2025
  • About
  • Privacy & Policy
  • Contact
Wednesday, December 10, 2025
  • en English
  • ao Oromo
  • Login
  • Register
Bakkalcha Oromia
  • Home
  • News
    • All
    • Politics
    • World
    Dhibdeen dipiloomaasii Aljeeriyaa fi biyyoota Sahel gidduutti hammaachuu isaa gabaafame.

    Peresedaantiin Naamibiyaa lammiileen Ameerikaa sanada seeraa hin qabne biyya isaanii gadhiisanii akka bahan ajajje.

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

    Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

    ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

    “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

    “Isaayaas Afawarqii kaaba Itoophiyaatti walitti bu’iinsa haaraa kaasuuf hojjetaa jira”

    “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

    Trending Tags

      Naannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame.

      Trending Tags

        • Africa
        • Oromia
        • Ethiopia
        • World
      • Articles
        • All
        • Analysis
        • Op-Ed
        • Opinion

          • Editorial
          • Analysis
        • Human Rights
          • All
          • Human rights violations
          • Justice
          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

          Biyyoota Afrikaa gaazexeessitoota haala hamaan hidhan keessaa Itoophiyaan tokko ta’uun ibsame.

          Itoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu Human Raayits Waach gabaase.

            • Music
          • Culture

            No Result
            View All Result

                      Home Human Rights Justice

                      Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

                      April 11, 2025
                      in Justice
                      0
                      Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!
                      499
                      SHARES
                      1.4k
                      VIEWS
                      Share on FacebookShare on Twitter

                      Duuti akka jiru beekna. Duuti jiraatus qaalii hawwaasaa, ilma saafila sichi hawwaasa kana fuudhee bakka yaadaaf garaa isaan gaha jedhamee yaadamu dhabuun garuu dhuguma du’a.

                      Namni kamuu gaafa dhalate du’e kan jedhu hawwaasni keenya, ta’us garuu du’a laalaa hedduu qabdu, du’a harka namaan raawwatamuuf eenyumtuu gadduuf dhiphachuun waanuma jiru.

                      Hawwaasni Oromoo qaaliiwwan hedduu dhabeera. Biiftuuwwan akka aduu ifanii fi garboonfattootaaf abbootii irreen dhaaman hedduun kan isa mudate Oromoon, har’as qaaliiwwan ofii qabsichaaf dhabuu itti fufeera.

                      Battee Urgeessaa hawwaasa Oromoof Biirtuu dukkana ibsu, kan garbummaa onsu ture. Biiftuun Oromoon argate Batteen huurrii garboonfattootaa, duumessa abbootii irreen dhaamuun hangam akka hawwaasa garaa madeesse eenyumtuu itti walii gala. Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha. Hawwaasa isaa garbummaan jiita’uuf sagalee ta’aa, garboonfataa falmaa, dhaadataa, sodaa malee qabsoo gaggeessaa daandii san irratti kufe. Akkuma Biiftuun ifaa lixu, Batteen osoo duuba hin jenne, osoo garaa hin hirre waan uumameef jiraataa godaane.

                      Huurriin Battee Urgeessaa nyaate kan yeroo, kan hundee hin qabnedha. Biiftuun akka Battee saba kanaaf ifa kennaa godaanaan hedduun kumaatamaan dhalataniiru. Batteen du’aan dhabameera. Dhugaa eenyu haaluu hin dandeenye garuu Battee Batteen leenjise,Battee Batteen guddise hedduun wal horee har’as qabsoo itti fufeera

                      Waa’ee Jaal Battee oggaa yaannu, oggaa dubbannu gootummaan maal akka fakkaatu hubanna. Miirri sun nu keessaa danfee bulluqee hanga Oromoon roorroo jalaa bahutti akka nurra jiraatus ulaa saaqa. Battee Urgeessaa warri ajjeese qaama yaadatti hin amanne, warra beekumsa yaadaan mormuu hin qabne ta’uu nama hubachiisa. Sabni Batteen ajjeefameef dhugaa isaa, haqa isaa barbaaduuf oggayyuu duuba akka hin jenne beekuun murteessaadha.

                      Akkuma nama kamii kichuuwwan daa’immankee gidduu jiraattee kunuunsaan guddisuun fedhii kee qofa osoo hin taanee kaayyoo keeti. Hangam daa’immankee akka jaallattus namootni sitti dhiyoo ragaadha.

                      Ta’us ati daa’immankee qofaaf osoo hin taane guutummaa sabakeef of laachuun, dararaaf miidhamni sabaa dhaabbachuu qaba ejjennoo jedhu qabattee adeemuun diina boqonnaa dhorke. Injmaa ejjennoo hin taafamne, kan daddaaqama hin qabne ejjennoo amansiisaa kaayyoof irbuu gootawwan qabsoo bilisummaa san qabattee cichuun hirriba isaan dhorkate.

                      Harka duwwaa meeshaa hidhannoo malee beekumsa uumamaan waaqnikee si badhaaseen humna Qawwee qabu taa’uuf ka’uu dhorkite. Isaan Qawween ala yaada siyaasa karaa nagaatti hin amamme san xiyyeffannaan akka si adamsan kan taasise beekumsaaf kutannookee qofa ture.

                      Inumaa murtiin hanga du’aatti sabaa dubbachuu, sabaa qabsaa’uu, haqa uummataa saaxiluu hin dhiisu jettee ati qabatte saffisaan akka tarkaanfii gara jabinaan guutame kana sirratti fudhataniif ulaa baneera.

                      Qaaliin akka Battee Urgeessaa kan gootummaa qabu, naatoo fi marartee saba isaaf qabu haala hamaaf gaddisiisaa akkanaan dhabamuun hangam akka nama eelchu nu warri haalaan si beeknu ragaadha.

                      Ati har’a lafa dhugaa jirta, biyyi kijibaan guutamte, isheen miskiinotaaf warra dhugaaf lafa dararaa taate sun akkuma sanatti hojii ishee jibbisiisaa itti fufteetti.

                      Biyya lafaa kanarratti namni kamuu waan uumamuuf qaba. Namni waan uumameef galmaan gahee darbu garuu muraasa. Kaan waan uumamaniif osoo hin jiraatin inumaa waan uumamaniif osoo hin barin addunyaa kanarraa godaanu.

                      Batteen isaan waan uumameef hojjetee, dubbatee sokkeera. Uummataa qabsaa’uu, sagalee saba ofiif ta’uun kaayyoo uumameef galmaan gahatee darbeera. Isaan Battee ajjeesan kaayyoo fi ergama isaa waan ajjeesan itti fakkaachuu danda’a. Garuu Battee tokko waggaa darbe yoo ajjeefames kan akkasaa kumaatamaan qabsicha itti fufsiisuutti jira.

                      Akka Oromootti Battee of biraa dhabuun qaawwaan yoomuu hin duudne, godaannisni yoomuu bakki isaa hin badne nu mudateera. Batteen maatii isaa qofaaf osoo hin taane haamileessaa sabaa ture. Dhiira gaafa xiiqii, kan bakka rakkoof rakkiftuutti saba isaa barbaadu. Iyyaafataa hidhamaa, barbaadaa hiraarfamtootaati. Batteen faanni isaa mana hidhaarraa fagaatee osoo hin beekin nu biraa ajjeefame. Miilli isaa wayiita mana hidhaa gahu namni haamilee hin horanne, kan abdii hin godhanne hin jiru.

                      Namni hawwaasa isaa rakkateef birmatu, kan hidhame gaafatu ofiif garuu fala ta’uu dadhabee haala gafaa namaa nyaatuun dirree irratti dhiigni lola’ee lubbuunsaa dabarte. Madaa bara baraa nuu ta’ee hafeera. Har’a waggaa tokkoffaa ajjeefamuu Battee oggaa yaadannu miira xiiqii fi miira gootummaa keessa taanee ta’uu qaba jechuun heda.

                      Injifannoo Ummata Oromoof

                      Olumaa Imaanaatiin
                      Eebla 11,2025

                      Share200Tweet125

                      Leave a Reply Cancel reply

                      Your email address will not be published. Required fields are marked *

                      • Trending
                      • Comments
                      • Latest
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      March 24, 2025
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

                      August 18, 2025
                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      August 4, 2025
                      “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

                      “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

                      0
                      “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

                      “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

                      0
                      ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

                      ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

                      0

                      Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

                      October 21, 2025
                      FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

                      FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

                      October 12, 2025
                      Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

                      Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

                      September 19, 2025
                      Bakkalcha Oromia

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Navigate Site

                      • About
                      • Privacy & Policy
                      • Contact

                      Follow Us

                      No Result
                      View All Result
                      • Home 2
                      • News
                        • Politics
                        • Business
                        • World
                        • Science
                      • Human Rights
                        • Human rights violations
                        • Justice
                      • Politics
                        • Oromia
                        • Ethiopia
                        • Africa
                        • World
                      • Articles
                        • Op-Ed
                        • Editorial
                        • Opinion
                        • Analysis
                      • Culture
                        • Music
                      • en English
                      • ao Oromo

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Welcome Back!

                      Login to your account below

                      Forgotten Password? Sign Up

                      Create New Account!

                      Fill the forms below to register

                      All fields are required. Log In

                      Retrieve your password

                      Please enter your username or email address to reset your password.

                      Log In
                      Are you sure want to unlock this post?
                      Unlock left : 0
                      Are you sure want to cancel subscription?