• Latest
  • Trending
  • All
  • News
  • Business
  • Politics
  • Science
  • World
  • Articles
  • Politics

Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

October 21, 2025
ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

May 12, 2026
የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

የኦነግ አጠቃላይ የገጠር እና የግብርና ልማት ፖሊሲ:

April 22, 2026
የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

April 17, 2026
This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

February 16, 2026

The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

December 25, 2025
FROM KEROSENE LAMPS TO GLOBAL IMPACT: The Legacy of Gidda Ayana’s Class Of 1983

October 12, 2025
Fanno Amhara Militias Escalate Atrocities Against Oromo Civilians in Oromia

September 19, 2025
Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

September 18, 2025
From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

September 8, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

September 1, 2025
THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

August 18, 2025
THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

August 4, 2025
  • About
  • Privacy & Policy
  • Contact
Wednesday, May 13, 2026
  • en English
  • ao Oromo
  • Login
Bakkalcha Oromia
  • Home
  • News
    • All
    • Politics
    • World
    Dhibdeen dipiloomaasii Aljeeriyaa fi biyyoota Sahel gidduutti hammaachuu isaa gabaafame.

    Peresedaantiin Naamibiyaa lammiileen Ameerikaa sanada seeraa hin qabne biyya isaanii gadhiisanii akka bahan ajajje.

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    Ajjeechaa Aanaa Jaardagaa Jaartee

    “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

    Abjuun Somaaliyaa guddittii ijaaruuf Oromiyaa weeraruu ammas itti fufee jira.

    ABO fi KFOn ‘Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa’ akka hundeessan amaanaan itti kenname.

    “Mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema” Obbo Lidetuu Ayyaalew

    “Isaayaas Afawarqii kaaba Itoophiyaatti walitti bu’iinsa haaraa kaasuuf hojjetaa jira”

    “Mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessa turre” Jila Gadaa Karrayyuu.

    Trending Tags

      Naannoo Oromiyaa Godina Shaggar magaalaa Sandaafaatti konkolaachistoonni #Baajaajii fi #Gaarii fardaa leenjii milishaa humnaan fudhataa jiraachuun beekame.

      Trending Tags

        • Africa
        • Oromia
        • Ethiopia
        • World
      • Articles
        • All
        • Analysis
        • Op-Ed
        • Opinion
        ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

        ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

        This map of Oromia is taken from Oromo Liberation Front's gallery

        THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION

        The Two Ethiopias: The Mythical and the Real

        Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

        Irreecha: From Nature to Nation, Core Values of Oromo Culture: 

        From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

        From Shared Purpose to Genuine Solidarity: Moving Beyond Empty Unity                 In Loving Memory of Kumsa Burayu, Devoted Advocate for Oromo Unity

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        WHY ABIY AHMED’S NEO-NAFXANYA GOVERNMENT HAS FAILED THE OROMO PEOPLE

        THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

        WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

        Shifting Political Alliances and the Enigma of Peace in Ethiopia

        Trending Tags

          • Opinion
          • Op-Ed
          • Editorial
          • Analysis
        • Human Rights
          • All
          • Human rights violations
          • Justice
          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          Battee Urgeessaa Biiftuu ifaa lixedha!

          “Namni dubbachuu sodaata malee kana achi ture Raayyaa Ittisa Biyyaati”

          Biyyoota Afrikaa gaazexeessitoota haala hamaan hidhan keessaa Itoophiyaan tokko ta’uun ibsame.

          Itoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu Human Raayits Waach gabaase.

            • Music
          • Culture

            No Result
            View All Result

                      Home Articles

                      Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti ‘hidhattoonni Faannoo’ namoota nagaa heddu haala suukanneessaa ta’een ajjeessan.

                      October 21, 2025
                      in Articles
                      0
                      546
                      SHARES
                      1.6k
                      VIEWS
                      Share on FacebookShare on Twitter

                      Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnotti haleellaa “hidhattoonni Faannoo” gaggeessaniin namoonni nagaan 22 ol ajjeefamuu jiraattonni gabaasaa jiru. 

                      Haleellaan kun Aanaa Noonnoo ganda Halloo Dinkii jedhamutti Dilbata, Onkoloolessa 19, galgala raawwate. 

                      Godinota Oromiyaa hidhattoonni Faannoo namoota nagaarratti irra deddeebiin ajjeechaa raawwachuun himataman keessaa Godinni Shawaa Lixaa, Aanaan Noonnoo tokkodha.

                      Hidhattoonni kunneen kan ummanni “Faannoodha” jedhu aanaalee ollaa Godina Guraagee irraa dhufuun Dilbata galgala “haala suukaneessaan” namoota nagaarratti ajjeechaa raawwatanii deebi’an.

                      Jiraataan aanichaa nageenyasaaniif jecha maqaansaanii akka hin dhahamne gaafatan haala ture miidiyaa adda addaatti akka himanitti, hidhattoonni kunneen aanaalee Godina Guraagee keessatti leenjii fudhachuun dhufanii daa’imman dabalatee namoota nagaa haleelanii deemuu himu.

                      “Kan mana keessatti dhumanis kan alatti dhumanis waliigala gara namoota 22 ga’aniiru. Gocha kana kan raawwate hidhattoota Faannoo bosona keessa jiraniidha,” jechuun ajjeechaan kun halkan keessaa sa’aatii saditti akka raawwate himan.

                      ‘Aanaa Noonnotti hidhattoonni kun marsaa jahaffaa namoota nagaa ajjeesuusaaniti’

                      Aanaa Noonnoo gandoota garaa garaa keessatti yeroo garaa garaatti “hidhattoonni Faannoo” gurmaa’an dhalattoota Oromoo irratti haleellaa gaggeessun namoota nagaa hedduu ajjeesaa turan. 

                      Hidhattoonni dhalattoota Amaara ta’aniifi sababa garaa garaan aanicha keessaa buqqa’an Godiina Guraagee keessatti leenji’uun dhufanii haleellaa akka gaggeessu. Namoonni kunneen kanaan dura ”seeran ala” kan qubataniifi lafasaanii seera qabeessa akka godhataniif mootummaan gaafannaan didanii warra deeman ta’uu himu.

                      “Inni ammaa kun [haleellaan namoota nagaarratti gaggeeffame] gocha aanaa sana keessatti ta’e isa jahaffaadha.

                      Gaafa dhufan Oromoo haa ta’u malee, Afaan Oromoo haa dubbatu malee daa’ima, manguddoo, dubartii dadhabduu hin dhiisanu; ‘ajjeechaa jumlaati’ kan isaan raawwatan,” jedha ummanni. “Ganda Madaalurra [bakka ajjeechaan itti raawwatame] kan jiran duratti seeraan ala qubatan.

                      Mootummaan ALItti naannoo bara 2016 lafa keessan seera qabeessa taasisuudhaaf heektara lama, lamatti taasisuu qabdu jedheen; jarri sana booda heektaara lama, lama kana hin fudhannu jedhanii buqqa’anii deeman,” jechuun madda rakkoo kanaati kan jedhu ibsa.

                      Namoonni Dilbata ajjeefaman hundisaanii namoota nagaa ta’uu kan dubbatan jiraattonni, daa’imman xixiqqoo, jaarsoliifi dubartoonni akka keessatti argaman himu.

                      Jiraatan aanichaa biraa miidiyaatti dubbate namoonni ajjeechaa namoota nagaarratti raawwatan Godiina Guraagee irraa kan dhufaniifi kanaan dura Aanaa Noonnoo keessa osoo jiraatanuu yaaddoo haleellaa WBO irraa qaban akkasumas saamicha lafaan wal-qabatee baqatanii kan deeman ta’uu ibsu.

                      “Kanaan dura ofiidhuma isaanitiif buqqa’anii biyya gadhiisanii deeman. Haaloodhuma sanarraa ka’uuni deddeebi’anii uummata Oromoorratti rakkoo uumaa kan jiran malee uummanni waan isaan miidhe hin qabu,” jechuun ibsu.

                      Milishoonni gandicha haleellaan itti gaggeeffame keessa jiran ittisuuf yaalanis humnasaanii ol ta’uurraa kan ka’e uummata oolchuu akka hin dandeenye, humni dabalataa aanaarraa gaafa birmatee dhufu “hidhattoonni Faannoo” ajjeechaa raawwatanii bosonatti baqachuu dubbatu.

                      Dhimma ajjeechaa raawwatame jedhameerratti odeeffannoo dabalataaf bulchaa Aanaa Noonnoo Obboo Wandaafraash Luulessaa nu beellamanii boodarra bilbila hin kaasne.

                      Waggoota muraasa darban keessatti Aanaan Noonnoo bakkeewwan Oromiyaa “hidhattoonni Faannoo” kan mootummaan Finxaaleyyii Amaaraa jedhuun ajjeechaa namoota nagaarratti gaggeessan keessaa tokkoodha.

                      Kanaan duras aanadhuma kana keessatti halleellaa boombii mana cidhaarratti gaggeeffameen namoonni heddu du’uusaanii gabaasun keenya ni yaadatama.

                      Share218Tweet137

                      Leave a Reply Cancel reply

                      Your email address will not be published. Required fields are marked *

                      • Trending
                      • Comments
                      • Latest
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      March 24, 2025
                      THE BATTLE BETWEEN ETHIOPIANISM AND OROMUMMAA: FROM THE THIRTEENTH CENTURY TO TODAY

                      WHY OROMOS MUST FIGHT FOR THE REBIRTH OF SOVEREIGN AND DEMOCRATIC OROMIA

                      August 18, 2025
                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      THE PATH TO FREEDOM: MOBILIZING OROMOS FOR SECURITY AND SOVEREIGNTY

                      August 4, 2025
                      Paarlaamaan Itoophiyaa komishinera Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa haaraa muude.

                      Paarlaamaan Itoophiyaa komishinera Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa haaraa muude.

                      0
                      “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

                      “Sabboonummaan Oromoo Mootummaa ijaaruu qaba” Lammii Beenyaa.

                      0
                      Ethio Forum and Zara Media Must End Their Hostility Against the Oromo People.

                      Ethio Forum and Zara Media Must End Their Hostility Against the Oromo People.

                      0
                      ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

                      ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል

                      May 12, 2026
                      የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

                      የኦነግ አጠቃላይ የገጠር እና የግብርና ልማት ፖሊሲ:

                      April 22, 2026
                      የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

                      የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ

                      April 17, 2026
                      Bakkalcha Oromia

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Navigate Site

                      • About
                      • Privacy & Policy
                      • Contact

                      Follow Us

                      No Result
                      View All Result
                      • Home 2
                      • News
                        • Politics
                        • Business
                        • World
                        • Science
                      • Human Rights
                        • Human rights violations
                        • Justice
                      • Politics
                        • Oromia
                        • Ethiopia
                        • Africa
                        • World
                      • Articles
                        • Op-Ed
                        • Editorial
                        • Opinion
                        • Analysis
                      • Culture
                        • Music
                      • en English
                      • ao Oromo

                      Copyright © 2024 Bakkalcha Oromia.

                      Welcome Back!

                      Login to your account below

                      Forgotten Password?

                      Retrieve your password

                      Please enter your username or email address to reset your password.

                      Log In
                      Are you sure want to unlock this post?
                      Unlock left : 0
                      Are you sure want to cancel subscription?