THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION
February 16, 2026
The Two Ethiopias: The Mythical and the Real
December 25, 2025
Godina Matakkal Anaa Dibaaxii ganda Gipoo bakka addaa Saayidoo jedhamutti waraanni mootummaa Itoophiyaa ummata meesha maleeyyii gaafa Ebla 23,2025 jumlaadhaan bakka tokkotti rasaasa itti dhukaasuun ajjeesanii hedduu ammoo manatti ibidda...
Read moreGodina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu ganda Baddeessaa ykn Cabbiitti tibba kana hidhattoonni Amaaraa Faannoo jedhaman haleellaa raawwataniin namoota 16 ajjeesuun isaanii gabaafameera. Gaafa Ebla 10/2017 ganama barii hidhattoonni kun uummata...
Read moreNamoota muraasa Itoophiyaa keessaa barnoota saayinsii siyaasaatiin sadarkaa olaanaarra ga'an keessaa tokko Prof. Mararaa Guddinaati. Ogummaa isaanii kanaan waggoota dheeraaf Yuunivarsiitii Finfinneetti barsiisaa ta'anii tajaajilaniiru. Siyaasa Itoophiyaa keessattis bara Hayilesillaaseerraa...
Read moreMootummaan Itoophiyaa dirqama nageenya lammiilee tiksuu utuu qabuu, humnoota finxaalessa daguuggaa sanyii kaayyoo godhatanii ijaaramaniif bobaa banee callisuun maal na dhibdeen guutamuu isaa hubachiisa jedha ibsa isaa kanaan ABO'n. Dhimma...
Read moreYuunivarsiitiin Dembi Doolloo odeeffannoo sobaa fi maqa balleessii sagantaa Televizhinii EBS irratti tamsa'e ilaalchisee ibsa baaseera. Dhaabbanni Televizhinii EBS Sagantaa "Addis Mi'iraf" jedhu irratti gaafa 14/7/2017 (ALI) Bertukaan Temesgeen Kebbedee...
Read moreObbo Lidatuu Ayyaaloo "mootummaan Itoophiyaa nama biyya hin qabne na gochuuf deema" jedhe. Qabeenyi isaa saamamuuf akka jirus ibse. Tibbana Ameerikaa irraa imalli gara biyyaatti taasisuuf ture Imbaasii Itoophiyaatiin...
Read moreAjjeechaa tibbana Godina Jimmaa aanaa Geeraatti abbaa qabeenyaa Oromoo Obbo Zaakir Abbaa Olii irratti raawwatame waliin walqabatee shakkamtoonni qabamaa jiraachuu mootummaan hime. Jiraattonni immoo shakkamtoonni qabaman hin jirani, mootummaan...
Read morePireezidaantiin Itoophiyaa duraanii fi kan amma ergamaa addaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmed ta'anii hojjetan Mulatuu Tashoomaan, Pireezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afwarqii Waliigaltee Piriitooriyaa diiguuf “ABUT keessatti qoqqoodinsa uumuuf yaalaa...
Read moreGodina Jimmaa aanaa Geeraa ganda Waallaatti abbaan qabeenyaa Zaakir Obbaa jedhamu eda halkan haala suukanneessaatiin ajjeefame. Ajjeechaa nama kanarra gahe ilaalchisuun hawwaasni Oromoo bakkichaa rifaatuu hamaa keessa seenuudhaan Hiriira mormii...
Read moreMootummaan Naannoo Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa gamaggamuuf Adaamaatti walga'ii taa'aa jira. Waltajjii kana irratti haasaa baniinsaa kan taasisan Perezedaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, qabxiilee yaa'iin kun...
Read more






