THE QUEST FOR OROMO SELF-DETERMINATION
February 16, 2026
The Two Ethiopias: The Mythical and the Real
December 25, 2025
The Oromo people remember their heroes and martyrs on Oromo Martyrs' Day, observed on April 15. The day was first commemorated by the Oromo Liberation Front (OLF) following the death...
Read moreHorro Guduruu Wallaggaa aanaa Jaartee Jaardagaatti humnoonni Finxaaleyyii Faannoo hawwaasa nagaa juumlaan ajjeesuun qabeenya isaa saamuu gabaafame. Hundeemarraa akeeka hawwaasa nagaa saamuu, Oromoo lafarraa dhabamsiisuu kaayyeeffatanii kan hundaa'an Faannoon gocha...
Read moreYuunivarsiitiin Dembi Doolloo odeeffannoo sobaa fi maqa balleessii sagantaa Televizhinii EBS irratti tamsa'e ilaalchisee ibsa baaseera. Dhaabbanni Televizhinii EBS Sagantaa "Addis Mi'iraf" jedhu irratti gaafa 14/7/2017 (ALI) Bertukaan Temesgeen Kebbedee...
Read moreSababa 'Somaaliyaa guddittii ijaaruu' jedhuun Somaaleen Itoophiyaa fi Somaaleen Somaaliyaa yeroo adda addaatti Oromoo irratti duula waraanaa geggeessaa turanii ammas itti jiru. Tibba kana Addi Bilisummaa Oromoo fi KFOn jila...
Read moreAjjeechaa tibbana Godina Jimmaa aanaa Geeraatti abbaa qabeenyaa Oromoo Obbo Zaakir Abbaa Olii irratti raawwatame waliin walqabatee shakkamtoonni qabamaa jiraachuu mootummaan hime. Jiraattonni immoo shakkamtoonni qabaman hin jirani, mootummaan...
Read moreGodina Jimmaa aanaa Geeraa ganda Waallaatti abbaan qabeenyaa Zaakir Obbaa jedhamu eda halkan haala suukanneessaatiin ajjeefame. Ajjeechaa nama kanarra gahe ilaalchisuun hawwaasni Oromoo bakkichaa rifaatuu hamaa keessa seenuudhaan Hiriira mormii...
Read moreAbbootiin Gadaa Karrayyuu mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa keessatti gaaffii tokko malee hidhamanii akka turan himan. Ammas WBO akka galchuu qaban akeekkachiisni itti kennameera. Miseensonni jila Gadaa Karrayyuu gaafa Amajji...
Read moreJilli Gadaa Karrayyuu kan humnoota mootummaatiin qabamanii hidhaman hanga yoonaa achi buuteen hin beekamne. Abbootii Gadaa Karrayyuu fi jila isaan waliin torban muraasa dura sirna buttaa qaluu gaggeeffachaa turan hunda...
Read more






