ከቅኝግዛትመፋታት፣የቋንቋጭቆናእናየኦሮሞህዝብለእውቀትነፃነትየሚያደርገውትግል
May 12, 2026
የኦነግ አጠቃላይ የገጠር እና የግብርና ልማት ፖሊሲ:
April 22, 2026
የወል መብት ቀዳሚነት በኦነግ ዕይታ
April 17, 2026
Ajjeechaa suukanneessaa fi yakka hamaa tibba kana daa'ima waggaa 10 gadii Simboo Biraanuu irratti raawwatame ilaalchisee KFOn ibsa baaseen gochicha balaaleffateera. Hawwaasaa fi lammileen hundumtuu nagaadhaan ba'anii nagaadhaan galuu utuu...
Read moreMootummaan Keeniyaa kutaalee kaaba biyyattii; Marsaabiit fi Isiyooloo keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo irratti oppireeshinii waraanaa eegaluu isaa ibseera. Oppireeshinii kanas maqaa "Yakkamtoota Baasuu" jedhu itti moggaasuudhaan Wiixata Guraandhala 03, 2025...
Read moreGodina Boorana Bahaa Aanaa Madda Walaabuu Magaalaa Maddaatti hidhattoota naannoo Somaalee daangaa cee’aniin kallattii 7n ummata irratti lolli banamuu bulchaa Aanaa Madda Walaabuu Obbo Abdulhakiim Aadam dabalatee jiraattoonni himaniiru. Bulchaan...
Read moreItoophiyaa keessatti hakimoonni ‘sababa mindaa isaanii gaafataniif’ hidhaman jiraachuu Waldaan Ogeessota Fayyaa Itoophiyaa ibseera. Ogeessonni fayyaa gaaffiin isaanii osoo hin furamiin dhiibbaa hedduu jalatti hojjechaa akka jiran waldichi ibsee, kanaafis...
Read morePerezedaantiin Amerikaa Donald Trump dhimma fayyadama maallaqaa ilaalchisee BRICS'tti dhaadatanii yaada kennan. Biyyoonni miseensa BRICS+ Doolaara Ameerikaa dhiisanii maallaqa birootiin daldaluuf yoo murteessan preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp meeshaalee isaanii kan...
Read moreTorban muraasa dura viidiyoorratti afaan ishee carqiin cuqqaalameefi miilli hidhamee yeroo dararaan irratti raawwatu kan mul'ataa turte shamarree Nahiimaa Jamaal gadhiifamuunshee gabaafameera. Kibba Baha Oromiyaa magaalaa Shaashamanneerraa ka'uudhaan Caamsaa...
Read moreLubni Balaay Mokonniin kan “maallaqa doolaara miiliyoona ja’aa ol ragaa dogoggoraan baasuuf yaalaniiru” jedhamuun shakkamanii baatiiwwan dura to'atamanii turan har'a hidhaa waggaa shanii fi addabbiin birrii kuma kudhanii itti murtaa'uun...
Read morePaarlaamaan Itoophiyaa har’a Amajjii 30, 2025 yaa’ii idilee geggeeffateen Obbo Birhaanuu Adeeloo Komishinara Olaanaa Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa taasisuun bakka Dr Daani’eel Baqqalaa muudeera. Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa...
Read moreSomaaliyaatti lammiileen Itoophiyaa sadii humnoota nageenyaafi uummataan ajjeefamuun dhaga'ame. Kaaba Baha Somaaliyaa bulchiinsa Puuntlaanditti guyyoota lama keessatti lammiileen Itoophiyaa sadii “garee shororkeessaa ISIS keessatti hirmaatan” jedhamanii ajjeefamuu fi namoonni kumaan...
Read moreJilli Gadaa Karrayyuu kan humnoota mootummaatiin qabamanii hidhaman hanga yoonaa achi buuteen hin beekamne. Abbootii Gadaa Karrayyuu fi jila isaan waliin torban muraasa dura sirna buttaa qaluu gaggeeffachaa turan hunda...
Read more






